Musa.H.Ⓜ️.Law Room
Telegram Channel
teleseeker.com/c/musalawyer · tg://resolve?domain=musalawyer
What is Musa.H.Ⓜ️.Law Room on Telegram?
A blog About Ethiopian Law and Free legal education
Community reviews
Nobody has liked this entry yet.
No reviews yet. If you have been in this entry, yours would be the first.
How to subscribe to Musa.H.Ⓜ️.Law Room on Telegram
Open t.me/musalawyer
in Telegram and press Subscribe.
On mobile, the app opens directly via tg://resolve?domain=musalawyer.
Musa.H.Ⓜ️.Law Room channel details
Timeline
When the entry was indexed, and when it was last checked against Telegram.
when the record entered our index
Checked against Telegram, then refreshed automatically
index freshness & last update path
what we keep in the index
Auto Assessment
Objective counters derived from check history. No ratings, no composite scores.
Last checked against Telegram on 2026-10-31 02:57 UTC.
Telegram Channel account indexed by TeleSeeker's crawler.
Subscribers to the channel.
Time the record first appeared in our index.
last post today · ~3.5 posts/day · avg views 9.1K · peak reactions 58 · stars 0
1,370 photos · 11 videos · 1,690 links
Growth
Subscriber growth over the last 30 days, measured on our own checks.
Latest posts
The most recent posts, as the public preview page of the channel shows them.
#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbanni Safariikoom gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu👇👇 https://harmeejobs.com/company/safaricom/
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Manni Murtii Ol'aanaa Federaalaa gitoota hojii adda addaa sodomii shan (35) irratti baayyinaan namoota qaacaruuf beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif akkaataa galmee fi odeeffannoo guutuu asii argachuu dandeessu 👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100083879241632
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Baankiin Awaash Fi Baankiin Raammis gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/awash-bank-job-vacancy/ https://ethiojobshub.com/rammis-bank-vacancy-graduate-trainee/
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbileen NGO International Rescue Commitee fi World wide Concern gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://harmeejobs.com/Jobs
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbanni NGO World Vision gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii haarawa baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/world-vision-vacancy/
🖼 Photo#Murtii_Haaraa_Dhaddachi_Ijibaataa Mana Murtii Waliigala Oromiyaa Dhaddacha Gaafa Fuulbana 29,2019 Ooleen Murteesse. Manni murtii waliigala Oromiyaa dhaddachi ijibaataa galmee lakkoofsa 424471 ta'e irratti dhaddacha gaafa 29,2019 ooleen Qabeenya hin sochoone caalbaasiin akka gurguramu yeroo ajajni kennamu beeksisni caalbaasii gaazeexaan osoo hin maxxanfamne gandaa fi mana qofaarratti maxxanfamuun gurgurtaan raawwatamu miidhaa kan hordofsiisu waan ta'eef sirrummaa kan hin qabne ta'uu seera adeem…
🖼 PhotoBoordiin Investmentii Oromiyaa hojii misoomaa akka irratti hojjatuuf lafti magaalaa abbaa qabeenyaatiif akka kennamu yeroo murteessu hanga waajjirri Bulchiinsa Magaalaa lafa boordiin Investmentii abbaa qabeenyaatiif akka kennamu murtaa'e kana akkaataa seera liizitiin isaaf kennuti lafti abbaan qabeenya kuni qabu hin jiru jechuudha.
misoomaaf barbaadamuu fi manni bakka bu’insaa ijaarame fi ragaalee manneen kana dabalatee qaama aangoo qabuu fi abbaa qabeenyaa waliin wal harkaa fuudhinsi taasifamee manichi lakkoofsi isaa osoo hin jijjiramin gara mana bakka buufameeti erga dabarfamee booda manni mootummaa misoomaaf barbaadamu adeemsi kun erga xumuramee booda abbaa qabeenyaa hojii misoomaa hojjatuuf kennamee tajaajila barbaadameef akka oolu taasifama malee adeemsi kun osoo hin xumuramin manni mootummaa tokko hojii misoomaatiif …
#Akkaataa_Manni_Mootummaa_Hojii Misoomaatiif Barbaadamuu Fi Lafti Magaalaa Misoomaaf Barbaadamu Seeraan Abbaa Qabeenyaatiif Yokiin Investaraaf Itti Kennamu Labsii misoomaa, bulchiinsaa fi dabarsa manneenii mootummaa naannoo Oromiyaa lakkoofsa 231/2013, dambii misoomaa, bulchiinsaa fi dabarsa manneenii mootummaa naannoo Oromiyaa lakkoofsa 246/2016 fi qajeelfama misoomaa, bulchiinsaa fi dabarsa manneenii mootummaa naannoo Oromiyaa lakkoofsa 28/2016 jalatti akkaataa manneen mootummaa jireenyaaf,ho…
#Beeksisa_Qaacarrii Boordiin Filannoo Biyyooleessaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii haarawa baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/national-election-board-of-ethiopia-vacancy-3/
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Dhaabbanni Safaarikoom gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii haarawa baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://harmeejobs.com/company/safaricom/
🖼 PhotoDambii Godinaalee Oromiyaa Irra deebiin Hundeessuuf Bahe Dambii Lakkoofsa 262/2019
#Seera_Adeemsa_Falmii_Yakkaa Fi Seera Ragaa Afaan Oromooti Jijjirame
Abbaa Seeraa tahuun waggaa saddeet kan tajaajilaa turan kabajamoo #Obbo_Sisaay_Gazzuu_Mangistuu dhiyeenya kana hojii abbaa seerummaati nagaha dhaammatanii muxannoo waggaa dheeraa qabaniin hojii abukaatummaatin ummata isaanii tajaajiluuf qophii xumuranii isiin eegaa jiru. Kanaafuu namoonni falmii mana murtiiti qabdanii fi dhimmoota seeraa kamuu qabdan isa qunnamuun tajaajila akka barreefama waliigaltee, himannoo fi iyyannooo adda addaa, gorsa seeraa fi mana murtii kamituu tajaajila bakka bu'umma…
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa gitoota hojii adda addaa irratti beeksisa qaacarrii haarawa baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/cooperative-bank-of-oromia-vacancy-3/
🖼 Photo#Beeksisa_Qaacarrii Baankiin Siinqee gitoota hojii adda addaa shantamii Shan (55) irratti baayyinaan hojjatoota qaacaruuf beeksisa qaacarrii baasanii waan jiraniif warri dorgoomuuf fedhii qabdan akkaataa galmee fi odeeffannoo isaa guutuu liinkii armaan gadii kanaan seenuun argachuu dandeessu 👇👇 https://ethiojobshub.com/siinqee-bank-job-vacancy/
🖼 Photo#Akkaataa_Manni_Mootummaa Hojii Misoomaatiif Barbaadamuu Fi Lafti Magaalaa Misoomaaf Barbaadamu Seeraan Abbaa Qabeenyaatiif Yokiin Investaraaf Itti Kennamu irratti barreeffama guutuu qophaa'e asii argachuu dandeessu 👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100083879241632
🖼 PhotoBu'aa Qorannoo 'Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa: Xiinxala Seeraa fi Hojimaataa' jedhu Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatiin Qophaa'ee fi Bu'aa Odiitii Galmee Murtiin Boodaa Irratti Mariin Gaggeeffame. ----------------------------------- (Onkoloolessa 14,2019 MMWO, Caffee Araaraa, Finfinnee)- Bu'aa Qorannoo 'Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa: Xiinxala Seeraa fi Hojimaataa' jedhu Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaatiin Qopha…
Related Telegram Channels
Top-3 by description similarity (TF-IDF).
Frequently asked questions
What is Musa.H.Ⓜ️.Law Room on Telegram?
Musa.H.Ⓜ️.Law Room is a public Telegram Channel with 72748 subscribers. It is indexed by TeleSeeker under the short link /c/musalawyer.
How do I subscribe to Musa.H.Ⓜ️.Law Room?
Open t.me/musalawyer in Telegram and press Subscribe.
Is Musa.H.Ⓜ️.Law Room currently active?
It was active at the last check against Telegram (10h ago).
How accurate is the 72748 count?
The 72748 count was reported by Telegram at the last check (10h ago).
How do I report Musa.H.Ⓜ️.Law Room as inactive?
Use the form on /submit or open a GitHub issue.
See the full directory: Browse all Telegram Channels on Telegram. Missing a channel? Submit a link.